Shop Amazon

Thursday, November 12, 2020

ዶ/ር ሙሉ ነጋ በክልሉ የተቋቋመው ጊዜያዊ አስተዳደር ዋና ሥራ አስፈጻሚ ሆነው ተሰይመዋል

በፌደሬሽን ምክር ቤት ውሳኔ መሠረት በትግራይ ብሔራዊ ክልል የሚቋቋመውን ጊዜያዊ አስተዳደር አስመልክቶ የሚኒስትሮች ምክር ቤት ደንብ ማጽደቁ ይታወሳል። በጸደቀው ደንብ መሠረት ዶ/ር ሙሉ ነጋ በክልሉ የተቋቋመው ጊዜያዊ አስተዳደር ዋና ሥራ አስፈጻሚ ሆነው ተሰይመዋል። ዋና ሥራ አስፈጻሚው የጊዜያዊ አስተዳደሩ አካል ሆነው፣ የክልሉን የመንግሥት አስፈጻሚ አካላትን የሚመሩ  ኃላፊዎችን፣ በክልሉ ከሚንቀሳቀሱ የተለያዩ ሕጋዊ የፖለቲካ ፓርቲዎች በመመልመል ይሾማሉ።

Manni Maree Ministirootaa murtii Mana Maree Federeeshiniirratti hundaa'ee Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraayitti hundaa'u ilaalchisee danbii raggaasisuunsaa kan yaadatamudha. Akkaataa danbii raggaasifameetiin Dr. Muluu  Naggaa Hoji-raawwachiisaa olaanaa Bulchiinsa Yeroo Naannichaa ta'anii muudamaniiru. Hoji-raawwachiisa olaanaan kun qaama Bulchiinsa Yeroo ta'anii, ittigaafatamtoota hoji-raawwachiiftuu Mootummaa Naannichaa gaggeessan, paartilee siyaasaa garaagaraa seera qabeessa ta'aniifi Naannichatti socho'an keessaa filanii ni muudu.

On the basis of the decision of the House of Federation and the Council of Ministers Regulation "Concerning the Provisional Administration of the Tigray National Regional State", Dr. Mulu Nega has been appointed as the Chief Executive of the Tigray Regional State. The Chief Executive will recruit and appoint heads to lead executive organs of the regional state from political parties legally operating in the regio
Source  Dr Abiy Ahmed FB Page

No comments:

Post a Comment